ExpressAfrica
    • Advanced Search
    • People
    • African Wiki 
    • Market
    • Add Product
    • Jobs
    • COVID-19 Update 
  • Join
    • Login
    • Signup
News- Afaan Oromoo Cover Image
User Image
Drag to reposition cover
News- Afaan Oromoo Profile Picture
News- Afaan Oromoo
  • My Wall
  • Groups
  • Following
  • Followers
  • Likes
  • Photos
  • Videos
News- Afaan Oromoo profile picture
News- Afaan Oromoo
3 years ago

Naayijeeriyaatti hojjettoonni qonnaa 'akka hin malletti' ajjeefaman


Ajjeechaa Dilbata yoo xiqaate hojjettoota humnaa 43 irratti Kaaba Baha Naayijeeriyaatti raawwate pireezidantiin biyyattii ajjeechaa 'akka hin malletti' raawwatame jechuun ibsan.

Kanneen ajjeechaa kana kan raawwatan hojjettoota humnaa kanneen erga hidhanii booda gorra'anii ajjeesan.

Ajjeechaan kun Kaaba Baha Naayijeeriyaa magaalaa guddoo kutaa biyyaa Boornoo kan taate Maayiduguri keessatti raawwate.

Kutaa biyyaa kana keessa gareen Bokoo Haraam kan amantaa Islaamaa fiinxaleessuun beekamu keessa socho'u yoo ta'u, haleellaawwan akkanaa amma duras raawwatamaa ture.

Ajjeechaa Dilbataa kanaaf qaamni itti gaafatamummaa fudhate hin jiru.

"Ajjeechaa shororkeessitootaan qonnaan bultoota keenyarratti raawwatame nan balaaleffadha. Biyyi guutuun ajjeechaa hiikaa hin qabne kanaan miidhameera. Yeroo gaddaa kanatti yaadni koo maatii warra ajjeefamanii waliin, warri du'an nagaan haa boqotan," jedhan pireezidant Buhaariin.

Reeffi namoota ajjeefamanii 43, hundi isaanii kan gorra'amani argamuu fi namoonni jaha ammoo akka malee miidhamuu hidhataan naannichaa tokko AFPtti himeera.

Namoonni jaha biroo ammoo butamuu hin oolle jedhamee yaadama.Kanneen ajjeefaman kutaa biyyaa Sokotoo jedhamu kan Kaaba Lixa Naayijeeriyaatti argamurraa dhufan yoo ta'an, kiiloomeetira 1000 imaluun hojii barbaacha lafa itti ajjeefaman dhaquu hima milishaan kun.

Qonnaan bultoonni kunneen kan ajjeefaman Jimaata darbe hidhataa Bokoo Haraam tokko qawwee irraa hiikanii to'annoo jala oolchuu isaaniitiin akka ta'e barruun biyyatti tokko gabaaseera.

Amma durallee qonnaan bultoonni waarana biyyattiif odeeffannoo kennu jedhamuun Bokoo Haraamiin haleelamaa turuu himu gabaasaaleen.

Ji'a darbe loltoonni Bokoo Haraam qonnaan bultoota 22 ajjeesaniiru.

Kutaalee biyyaa Kaaba Naayijeeriyaa keessa kan socho'u Bokoo Haraam tarree gareelee shororkeessitootaa US keessa bara 2013 tarreeffame.

Afaan Hawusaatiin Bokoo Haraam jechuun "Barnoonni warra lixaa haraama ykn dhorkamaadha" akka jechuuti.

image
Like
Comment
Share
News- Afaan Oromoo profile picture
News- Afaan Oromoo changed their profile picture
3 years ago

image
Like
Comment
Share
Load more posts
    Detail

  • Female
    More info
    My photos 
    0
    Following 
    12
  • Answer Thi
    African Be
    Life Lesso
    Music
    News-Engli
    Funny Vide
    Online Sho
    Sports
    Ads Manage
    Followers 
    29
  • Jat App
    Alebel
    Sinan Sina
    Anaaf Waaq
    Markos Dag
    Abenakebe
    አተራምሰው ካገኘ
    ልባችሁ አይጨነቅ
    መንገደኛ ነው ል
    Likes 
    0
    Groups 
    7
  • Africa
    ቃና ውስጤ ነው
    We are Afr
    ፈገግታ ግሩፕ
    ስነ-ጽሑፍ እና
    ቆየት ያሉ የኢት
    የሳቅ መንደር

© 2023 ExpressAfrica

Language
  • English
  • Amharic
  • Afaan oromoo

  •   FAQs 
  • See COVID-19 Update
  • More
    • Privacy Policy
    • Community Standards
    • About
    • African Wiki
    • Jobs
    • African Places
    • Monetization
    • FAQs
    • COVID-19 (Coronavirus) Updates



Unfriend

Are you sure you want to unfriend?

Report this User

Important!

Are you sure that you want to remove this member from your family?

You have poked Newsao

New member was successfully added to your family list!

Crop your avatar

avatar


Language
  • English
  • Amharic
  • Afaan oromoo
  • Home
  • About
  • Privacy Policy
  • Community Standards
  • Help
  • More
    • African Wiki
    • Jobs
    • African Places
    • Monetization
    • FAQs
    • COVID-19 (Coronavirus) Updates

© 2023 ExpressAfrica

Comment reported successfully.

Post was successfully added to your timeline!

You have reached your limit of friends!

File size error: The file exceeds allowed the limit (6 MB) and can not be uploaded.

Unable to upload a file: This file type is not supported.

We have detected some adult content on the image you uploaded, therefore we have declined your upload process.

Share post on a group

Share to a page

Share to user

Your post was submitted, we will review your content soon.

To upload images, videos, and audio files, you have to upgrade to premium member. Premium Service

Edit Offer

0%

Sell new product

Seller Contact
0%